BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Isin hin darbiin
Dippilomaatiin Jibuutii Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa tahuun filaman
Mahaamuud Alii Yuusuuf waggoota saddeetiif Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa kan turan Muusaa Faakii Mahaamaat bakka bu'uun tajaajilu.
Hatriikii Omaar Maarmosh, goolii dachaa Mikeel Meriinoo daqiiqaa dhumaa qalbii hawwate
Arsenaal haala 'cittoorratti fanxoo' jedhamu keessa galee mul'atee ture. Duraaniyyu taphataa sarara fuula duraa goolii lakkoofsisu hin qabu ykn gabaa yeroo banamuttis hin bitne jedhamee waggootaaf komatamaa tureera.
Yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti MM Abiy fi Barreessaan Olaanaa UN maal jedhan?
Yaa'iin Gamtaa Afrikaa 38ffaa guyyaa lamaaf turu magaalaa Finfinneetti taa'amaa jira.
Hoggantoonni Awurooppaa ejjennoon Tiraap isaan yaaddesse dhimma Yukireen irratti kora atattamaa taa'uuf
Hoggantoonni Awurooppaa dhimma waraana Yukireen irratti torban dhufu walga'ii hatattamaa ta'uuf. Walga'ii kana taa'uun kana barbaachiseef ammoo US marii nagaarratti addatti Raashiyaa waliin qofa itti deemaa waan jirtuuf ardittii diidatti hambisa yaaddoo jedhuuf deebii kennuufidha.
Biyyoota humna waraanaa hin qabne kunneen beektuu?
Humni waraanaa biyya walabaa tokko keessatti qaama lolaa akkaan hidhateefi qindaa'e mootummaa irraa beekamtii qabu, maallaqni itti bahuufi tikfamu dha.
Dunquqqaa'uu ittisuun hiriiba garrii argachuuf wantoota gochu qabnu shan
Iccitiin hirriba halkaniitiin booda miira gaarii qabaachuun ka'uu guyyaa jalqabuu danda'a. Hirriba keessan fooyyessuu fi dadhabbiin akka isinitti hin dhagahamne gochuudhaaf gorsa muraasni kunooti. Halkan raftanii bultanii garuu ganama yoo kaatan miirrii dadhabbii fi dunquqqaa'uu isiniitti dhagahamee beekaa? Dadhabbiin sitti dhagahamaa?
KALLATTIIN, Hamaas namoota bute sadii gadhiisnaan, Israa'el lammiilee Filisxeem hiite gadhiiste
Har'a Hamaas lammiilee Israa'el gadhiisnaan Israa'el lammiilee Filisxeem gadhiiste. Lammiileen Filisxeem mana hidhaa Israa'elii bahan Ramallaa gahaniiru.
Baannatoo: Duula nafiladhaa Gadaa Booranaa
Gadaan Booranaa tibbana Abbaa Gadaa waggoota 24 booda aangoo Gadaa qabatuuf duula nafiladhaa gaggeessaa jira. Baannattoon qabiyyeewaan sirna Gadaa Booranaa keessaa tokko yoo ta'u, innis akkaataa bulchiinsa dimokiraasii ammayyaa waliin yoo ibsamu ammoo 'duula nafiladhaa' akka jechuuti.
Waggoota 10 darban doolara biliyoona 9 kan argatte Itoophiyaaf adda cituun USAID maal jechuu ta'a?
Miseensi Kongireesii Ameerikaa Joon Garamendi waggoota 60 har'aa qaama deeggarsa idila addunyaa Ameerikaa, USAID ta'uun Itoophiyaatti weerara maariyyee balleessuuf haadha warraa isaanii waliin duulaniiru.
Aangoo, miindaa fi faayidaaleen Dura Taa'aa Gamtaa Afrikaa maal fa'i?
Muusaa Faakii Mahamaat bara aangoosaanii marsaa lamaa xumuruudhaan eddoosaanii dura taa'aa haaraatti dabarsuuf har'a filannoon ni gaggeeffama.
Liiverpuul, Evertanii fi Arne Isloot irratti himanni baname
Waldaan Kubba Miilaa Ingilizii jeequmsa Roobii darbe xumura tapha kileboota lamaanii irratti uumame hordofee Evertan, Liiverpuulii fi leenjisaa isaa Arnee Isloot irratti himata bane.
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Maaltu haasa'ama?
Lammaa Magarsaa akkamiin siyaasaa, Itoophiyummaa 'suusiidha' jedhanirraa fagaatan?
Lammaa Magarsaa 'ummanni gooftaa' akka ta'e, Oromoon dinagdeedhaan moggeeffamaa bahe jabaachuu akka qabu, saamichi lafaa fi albuudaa akka dhaabbatu, gaaffiin uummanni gaafatu tartiibaan deebii akka argatuuf ifaajaniiru.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
MM Abiy dabalatee ragaaleen ittisaa Obbo Taayyeen waammatan mana murtii osoo hin dhihaatiin hafan
Ministira Muummee Abiy Ahimad dabalatee ragaaleen ittisaa sadii Obbo Taayyee Danda'aa waammatan dhaddacha har'aa irraa hafan.
Lidetuu Ayyaalew biyya akka hin galle dhorkamuurratti maal jedhe?
Yeroo ammaa Ameerikaa kan jiru namni siyaasaa Lidetuu Ayyaalew "gara biyyaatti akkan hin deebine dhorkameera" jechuun Itoophiyaatti imaluu akka hin dandeenye BBCtti hime.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
MM Abiy fi Daarektarri IMF maal mari'atan?
Dhuma torban darbee kana Itoophiyaa kan daawwatan Daarektarri Dhaabbata Maallaqaa Idiladdunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa Ministira Muummee Abiy Ahmad dabalatee qondaalota mootummaa olaanoo biyyattii waliin mari'ataniiru.
Mootummaan Keeniyaa hidhattoota WBO irratti oppireeshinii eegaluu ibse
Maqaa ''Operation Odoa Jangili'' jedhuun Wiixata Guraandhala 03, 2025 kan eegale oppireeshiniin kun iddoo dahannoo WBO qulqulleessuuf akka ta'e poolisiin Keeniyaa ibseera.
Dhiibbaan narra gaha taanaan hojii dhuunfaa koottan deebi'a - Komishinara KMNI
Obbo Birhaanuu Addeeloo torban dura Komishinara Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa ta’un muudaman.
Ajjeechaa Simboo 'safuu cabse' Shawaa Lixaa raawwateerratti waan odeeffanne
Daa'imni umurii 10 taatu, Simboo Birhaanuu, torban kana qe'ee warra ishee keessatti ajjeefamte argamuun mufiifi dheekkamsa kaaseera.
'Uummata bakka na buufateef sagalee ta'uu kootiifin hidhame' - Obbo Yohaannis
Miseensi Mana Maree Naannoo Amaaraa kan Abbaan Alangaa shororkeessummaan himate, Obbo Yohaannis Buwaayaalew miidhaa uummata isaan bakka buufaterratti raawwatu balaaleffachuu isaaniif hidhamuu himan.
Haleellaa diroonii Jibuutiin daangaa Itoophiyaarratti raawwatte maal beekna?
Haleellaa diroonii mootummaan Jibuutii daangaa Itoophiyaarratti raawwateen lubbuun namoota saddeetii darbuu, kaan madaa'uu BBC'n jiraattotarraa odeeffate.
Nahiimaa - Shamarreen Liibiyaatti ugguramte gadhiifamte, maal dubbatte?
Torban muraasa dura viidiyoorratti afaan ishee carqiin cuqqaalamee miilli hidhamee yeroo dararaan irratti raawwatu kan mul’ataa turte Nahiimaa Jamaal gadhiifamte.
Walitti bu'iinsa
Ispoortii
Siitii v Niwukasil, Leester v Arsenaal, Tootenhaam v Man Untd,... eenyu mo'a?
Niwukaastil Piriimer Liigii keessatti Istaadiyeemii Itihaaditti injifatee hin beeku, bu'aan isaa inni gaariin daawwannaa 20 keessaa lama qixa ba'uu isaati. Haata'u malee, tapha sambata dhufuutiin Maanchistar Siitii injifachuu danda'aa?
Barana Dubaayi Arsenaaliif carraa gaarii lammaffaa hin kennine
Kaayi Haaverti miidhama shaakala Dubaayitti taasisan irratti isa mudateen bara dorgommii kanaa Arsenaaliif waan deebi'u miti.
Evertan 2-2 Liiverpuul: Diraamaa Marsiisayidii galchii fi jeequmsaan dabaalamee xumurame
Dorgommii Mersiisaayidiin Liiverpuul Everten waliin qabxii qooddate.
Falmii cimaa baranaa: Morkii Siitii fi Maadriid dorgommii Chaampiyoons Liigii keessa turuuf taasisan
Riyaal Maadriid dorgommii Chaampiyoonsi Liigii bara kanaan sadarkaa 1-8 keessa seenuu hanqatee tapha kuffisanii darbuuf saaxilameera. Kana keessatti akka Siitii ta'uu baatus rakkoon dabarse salphaa miti.
Kilabiin xiqqoo sadarkaa gadiirraa dhufte Liiverpuuliif 'qoricha qotte'
Kilaba xiqqoo kilaboota shaampiyoonshiippii Ingiliiz sadarkaa gadii jiran keessaayyu dhumarra jirti. Piliimaawoz jedhamti. 'Kan tuffatan tuffeedha' jedhama mitiiree.
'Mootiin kubbaa miilaa' Neeyimaar kilabasaa ijoollummaa Saantoositti deebi'e
Neeyimaar addunyaarratti taphataa gatii guddaan itti bahee bitameedha. Lammiin BIraazil kun amma ganna 32 yoo ta'u, kilabasaa Biraazilitti argamuufi tapha itti eegale Saantoosif kontiraata ji'a jahaa mallatteessee jira.
Niwkaastil 2-0'n Arsenaaliin erga mo'atee Mikeel Arteettaan amma kubba komatee?
Arsenaal waliigalaan 4-0 mo'amee waancaa Karabayoof osoo hin darbiin hafe. Niwkaastil waggaa 56 booda waancaaf darbe.
Arsenaal dirreen ala goolii roobsee darbamoo Niiwkaasil ammas waancaaf darba?
Niiwkaasiliifi Arsenaal dirree St Jeems Paarkitti waancaa Kaarbaawoof darbuuf tapha dhaqaa galaa isa lammataa har'a galgala taphatu. Arsenaal hiree qabxii jijjiiruu hangam qaba?
Jijjiirraa taphattootaa Amajjiin kilaboota kam fa'aatu milkaa'e?
Jijjiirraan ji'a Amajjii kaleessa galgala xumurame. Maanchistar Siitiin paawondii miliyoona 180 baasuun taphattoota shan mallatteessise.
'Adunyaarra taphataan akka koo waan hundaan guutuu tahe hin jiru'
Kubba miilaa ammayyaa keessatti namni ana caalu hin jiru jedhee kan amanuu fi badhaasa taphataa cimaa adunyaaf kenname Ballon d'Or yeroo shan kan mo'ate Kiristaanoo Roonaaldoo dirreetiin ala jireenyi isaa maal fakkaata?
Arsenaal Maan Siitii 5fi 1'n erga injifatee booda taphattoonni maal jedhan?
Arsenaal galchii 5-1'n Maanchister Siitii mo'ate. Kun Maanchister Siitiif kufaatii guddaa bara kanaa keessaa tokko.














































































