Godaansa irraa gara Faashinii

Seeraa Liyoon irraa Liibiyaa keessa qaxxaamuree gara Italii kan deeme dargaggeessi ganna 26 - Birisoon, hojii humnaa dirqiifi akka garbaatti lakkaa'amuu keessaa bahe ogeessa boorsaa tolchu ta'eera.