Henni Oromoo Booranaa aduu osoo hin taane baatii hordofa
Henni Oromoo Booranaa aduu osoo hin taane baatii hordofa
Oromoon Booranaa dhaha mataasaa qaba. Henni kun akka kaalaandaroota biroo aduu osoo hin taane baatii hordofa. Kanaanis wanti guyyaa tokkorra ta'e, waggaa isaatti guyyuma walfakkaaturra oola.