Daawwannaa Dr Abiy Ahimad Ambotti taasisan
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

Muummichi Ministiraa Dr Abiy daawwannaa Ambootti taasisan keessaa taateewwan muraasa

Daawwannaa Muummichi Ministiraa Dr Abiy Ahimad Ambootti taasisan irratti angawoonni mootummaa olaanoon argamaniiru. Wantoota achirratti dubbataman keessaa muraasa akka itti aanutti isiniif qindeessineerra.