Irreechaa 2018: Suuraawwan Kabaja Irreechaa bara kanaa keessaa

Ayyaanni Irreechaa bara kanaa haala nama hawwatuun guddaa xinnaan, gaheessaa hanga dargaggeessaa, hawwannii hanga shamaraniitiin kabajamaa jira.

Ibsa waa'ee suuraa,

Abbootii gadaa tulamaa kan duraafi kan ammaa

Ibsa waa'ee suuraa,

Haadhoolii marga jiidhaa qabatanii gara lafa irreeffannaatiin yaa'aa jira keessaa

Ibsa waa'ee suuraa,

Haadhoolii marga jidhaa mallattoo haraaraa ta'ee qabachuun bakka itti irreenfatamu dhaajaa jiran keessaa

Ibsa waa'ee suuraa,

Haadhoolii faa'aawwan aadaa Oromoo himamee hin dhumneen bareedanii ayyaanicha irratti aragaman

Ibsa waa'ee suuraa,

Abbootii gadaa fi daarektara OMN obbo Jawaar Mohaammad

Ibsa waa'ee suuraa,

Shamarree Oromoo aadaa fi dhudhaa abbootii isaaniitiin boonan akkasiin ijjoollee abbaa gadaa ta'usaanii mul'isanii olan

Ibsa waa'ee suuraa,

Shamarran Oromoo godinaalee garaagaraa irraa dhufun ayyaanicha irratti argaman

Ibsa waa'ee suuraa,

Bakka bu'oota saba Sidaamaa kabaja ayyaana Irreechaa irratti qooda fudhatan keessaa

Ibsa waa'ee suuraa,

Dargaggoota kabaja ayyaana irreechaa bara kanaa irratti argaman keessaa muraasni akkanaan bareedanii jiru

Ibsa waa'ee suuraa,

Dargaggoo n tulamaa akkanaan gaachanaa qabachuufi catee kaawwachuun gootummaa Oromoo agarsiisuu ayyanneefachaa jiru