'Naannoo ta'uun furtuu waan hundaa ta'uu hin danda'u'
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

'Naannoo ta'uun furtuu waan hundaa ta'uu hin danda'u' - MM Abiy Ahimad

MM Abiy Ahimad Godina Kafaa magaalaa Boongaatti argamanii gaaffii naannoo ta'uu uummati Kafaa kaaseef deebii kennaniiru.

Gaaffiin naannoo ta'u irratti mari'atamee waliigalamee dhiyaannaan mootummaa Federaalaaf yaaddoo miti jedhan.