Irreecha biyyoota addunyaa gara garaa keessatti
Oromiyaan alatti, ayyaanni irreechaa biyyoota addunyaa gara garaa keessatti kabajameera. Suurawwaan muraasa kabaja ayyaana irreechaa biyyoota alaa walitti qabnee jirra.

Madda suuraa, Nagesa Oddo
Minesootaa, magaalaa Miniyaapoliis keessattis Ayyaanni Irreechaa bara 2017 haroo Nakomis irratti bifa kanaan kabajame.
Madda suuraa, Nagesa Oddo
Kunis kabaja ayyaana Irreechaa bara 2017 haroo Nakomis Minesootaa, magaalaa Miniyaapoliis keessattis kabajame.
Madda suuraa, Demeke Negasa
Neezarlaands Magaalaa Amistardaamittis ayyaanni Irreechaa Hora 'Gasperplasdam'tti Fulbaana 23, 2017 kabajame.
Madda suuraa, Demeke Negasa
Irreechaa Neezarlaands Magaalaa Amistardaam Hora 'Gasperplasdam'tti Fulbaana 23, 2017 kabajame irratti dubartoota uffata aadaatiin faayaman
Madda suuraa, Oli Tamrat
Kabaja ayyaana Irreechaa 2017, kan Ameerikaa, Washingtan Diisii irratti wayita eebba fudhatan.
Madda suuraa, Bontu Oromo
Biyya Siwiizarlaand magaalaa Lausanne haroo Ouchyitti, Fulbaana 30, 2017 bifa kanaan kabajame.
Madda suuraa, Bontu Oromo
Biyya Siwiizarlaand magaalaa Lausanne, Fulbaana 30, 2017
Madda suuraa, Biftu Gutama
Kun ammoo kabaja ayyaana Irreechaa biyya Awustraaliyaa, Viktooriyaati. Giddu galeessa Meelboorn irraa kiiloometira 41 gara kibba bahaatti fagaattee kan argamtu magaalaa Berwiik 'Wilson Botanic Park' bakka jedhamutti kabajame.
Madda suuraa, Biftu Gutema
Kabaja ayyaana Irreechaa biyya Awustraaliyaa, Viktooriyaatti.
Madda suuraa, Demeke Negasa
Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2017 Jarmanii magaalaa Firaankifart