Taphattuu kubbaa miilaa baqattummaan jiraattu
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

''Dubartoonni ispoortii kamirrattuu yoo hirmaatan argee hin beeku''

Garee biyyaalessaa Deenmaark fi kilabii Ameerikaa Poortilaand Toornisiif kan taphattu yoo ta'u, dhiheenyattis kilabii Suupper Liig injifate Maanchistar Siitiif mallatteessitee jirti. Amajii 2018 kilabii kanatti ni makatti.