Mukkeen ''goota gamoojjii'' kan baalli isaani bifa warqeetti jijjiiramu beektuu?
Mukkeen ''goota gamoojjii'' kan baalli isaani bifa warqeetti jijjiiramu beektuu?
Mukkeen kun umurii waggoota kumaatamaan lakkawaman qabu. Kaaba-dhiha Chaayinaa keessaa bakka Shinjiyaang jedhamutti argamu.