Mohaammad Saalaah
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

Biyya isaa Masrii waggoota 25 booda waancaa adduunyaaf kan dabarse

Saffisa guddaa qabuufi dandeettii galchii lakkoofsisuu isaatiin biyya isaa gara waancaa adduunyaatti kan dabarse fi Liivarpuuliif ammoo tajaajila olaanaa kennaa kan jiru Saalaah, bara kanatti Badhaasa BBC'f warreen dorgoman keessaa isa tokko dha.

Mata dureewwan walitti dhiyaatan