Sa'uudi Arabiyaa keessatti maltu ta'aa jira
Sa'uudi Arabiyaa keessatti maltu ta'aa jira
Sa'uudi Araabiyaan biyyoota naanno ishee jiran keessaa cimtuu fi kan dhiibba guddaa geessistu taatee jirti. Ilma mootii kan ta'an bulchiinsa Mohaammad bin Salmaan jalatti, jijjiramni hedduun keessaa fi alatti mul'ataa jiru mootota Sa'uudi boba'aan durooman fi biyyoota morkattoota Sa'uudi ta'an birattis mudama guddaa uumaa jira.