Balaan ibiddaa Kaaliforniyaa jiraattota 200,000 qe'ee isaaniirraa buqqise
Balaan ibiddaa Kaaliforniyaa jiraattota 200,000 qe'ee isaaniirraa buqqise
Hojjettoonni ibidda dhaamsan ibidda manneen jiraattota dhibbaan lakkaawaman barbadeesse kana dhaamsuuf yaalaa jiru. Balaa ibiddaa Kaaliforniyaatti mudaten jiraattonni 200,000 ta'an qe'ee isaanirraa buqqa'an.