Ilmi mootii Saawdii, Biin Saalmaan manneen sinimaaf hayyama kennan

Ilmi mootii Saawdii, Biin Saalmaan manneen sinimaaf hayyama kennan

Fulbaana bara 2018 eegalee Saawdii Arabiyaa keessatti manneen Sinimaa dhorgaa jalaa bahuun hayyama hojii argatu. Murteen kun Rifoormii Biin Saalmaan biyyittii hammayyeesuuf fudhatan keessaa isa tokko.

Qeeqxonni isaa waayee mirga yaada ofii bilisaan ibsachuufi walabummaa mana murtii gaafatu.