Lammiin Naayijeeriyaa anis marsaa sadii gurgurameera jetti.

Godaantonni Naayijeeriyaa 152 Libiyaatti ukkafamanii turan torbee dhuma ji'a Sadaasaa keessa gara biyya isaaniitti fedhaan deebi'aniiru. Kanneen keessaa dubartiin marsaa sadi gurguramte ni argamti. Hedduunisaaanii seenaa dararaa hedduu keessaa bahuu dubbatu.