Jireenya baqattoota Oromoo Kaampii Dadaab keessatti
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

Jireenya baqattoota Oromoo Kaampii Dadaab keessatti

Baqattoonni hedduun Somaaliyaa fi biyyoota ollaa kan biroo irraa kaampii baqattootaa guddicha Keeniyaa keessatti argamu Dadaab keessa jiraatu. Baqattoonni Oromoo achi jiranis haala keessa jiran BBC'tti himanii jiru.

Waraabbii fi gulaallii viidiyoo: Yaadataa Birhaanuu