'Reebichi isaanii akka malee hamadha, nama fannisan'

'Reebichi isaanii akka malee hamadha, nama fannisan'

Halkanoo Qoncooraa namoota maa'ikalaawii keessatti dararaan irra gahe keessaa tokko. A.L.I Onkoloolessa 2, 2008 kaasee hanga Eebla 14 bara 2008 ji'oota jahaaf maa'ikalaawiitti hidhamuu isaa dubbata.