Laayibeeriyaan taphataa kubbaa miillaa pireezidantii gootee filatte
Laayibeeriyaan taphataa kubbaa miillaa pireezidantii gootee filatte
Joorji Wiiyaa ganda hiyyeeyyii keessaa gara adduunyaa irratti kubbaa miilaa taphaachuun beekamuu, achiis pireezidantii Laayibeeriyaa ta'uun jireenya dandeetti adda addaa barbaadu sadii kan jiraateedha.