Kiim Joong-un fi haati warraa isaa Rii Sol-ju agarsiisaa irratti simataman
Kiim Joong-un fi haati warraa isaa Rii Sol-ju agarsiisaa irratti simataman
Kooriyaan Kaabaa Olimpika Gannaaf guyyaan tokko wayita hafu agarsiisa waraanaa qopheessite, kunis hundeeffama waraana biyyattii sababeeffachuun ta'uu ibsite.
Agarsiisichi duraan Ebla keessa ture kan raawwatu. Guraandhalatti as butamuu isaa hawaasni addunyaa waan qeeqeef agarsiisaa guddaa osoo hin taasisiin hafaniiru.