Balaan abidda jiddugala gabaa Kemeeroovoo nama 64 ajjeese, ijoolleen baay'een badaniiru

Balaan abidda jiddugala gabaa Kemeeroovoo nama 64 ajjeese, ijoolleen baay'een badaniiru

Balaa abidda bakka gabaa Kemeeroovoo mudateen namoonni 64 yoo du'an ijoolleen 41 kan dhabaman ta'uun mirkaneeffameera jedhu angaawonni.