Ambaaleen garee Leelistoota Islaamaan saamaman kun Ispeen keessatti gurguramaa jiru.

Ambaaleen garee Leelistoota Islaamaan saamaman kun Ispeen keessatti gurguramaa jiru.

Ammbaaleen durii Liibiyaa keessa bakka gara garaatti garee Leellistoota Islaamaatiin saamamanii Ispeen keessatti gurguramaa jiru. Hanga ammaatti namoonni lama to'annaa jala oolaniiru.