Egereen Haroo Dambal haalaan nu yaaddesse: Jiraattota

Egereen Haroo Dambal haalaan nu yaaddesse: Jiraattota

Faalamni Haroo Dambal lubbu qabeeyyii bishaan keessa jiraatan, namoota jiruu fi jireenyi isaanii harocharratti hundaa'ee fi naannoorratti dhiibbaa uumaa jiraachuun himame.

Jiruu fi jireenyi isaanii jiraachuu fi jiraachuu dhiisuu Haroo Dambal irratti hundaa'uu kan dubbatan jiraattonni magaalaa Baatuu, Warshaan Abaaboo 'Sheer Itoophiyaa' jedhamu keemikaalaan harocha miidhaa jiraachuu dubbatu.

Viidiyoo: Yaadataa Birhaanuu fi Habtaamuu Xibabuu