Battala sararri bilbilaa Itiyoo-Eertiraa baname

Sararri bilbilaa Itiyoo-Eertiraa waggoota 20 booda yoo deebi'u, miira yeroo jalqabaaf maatiin bilbilaan yoo wal dubbisan.