"Miira wal makaatu natti dhagaahame" - atileet Fayyisaa Leellisaa
"Miira wal makaatu natti dhagaahame" - atileet Fayyisaa Leellisaa
Olimpikii Riyoo irratti mallattoo mormii mootummaa irratti agarsiiseen waggoota lamaaf biyya ambaa kan ture atileet Fayyisaa Leellisaa biyyatti deebi'eera.