Siidaan yaadannoo Indiyaatti dhaabbate meetira 182 ol dheerata
Siidaan yaadannoo Indiyaatti dhaabbate meetira 182 ol dheerata
Siidaan nama tokkummaa Indiyaatiif falmate Vaalaabihaabihaayi'n yaadachuuf dhaabbate $miiliyoona 450 kan fixe yoo ta'u, dheerinaan addunyaarratti gita hin qabu.