Suuraawwan babbareedoo addunyaa ayyaana Qillee
Hordoftoonni amantii Kiristaanaa yaadannoo guyyaa dhalootaa Yesuus Kiristoos kaabajachaa jiru.
Suuraawwan kanneenis isinii filanneerra.
Madda suuraa, AFP/Getty Images
Jalabultii ayyaana Qilleetti phaaphaasiin bataskaan Vaatikaanaa poop Firaansis namoonni ''qooduufi kennuu'' akka jabeessaniifi ''doqnummaa' ammayyummaan dhufu akka dhiisan yaadachiisan
Madda suuraa, EPA
Daa'ima Masrii magaalaa Kaayirootti tajaajila waldaatti kennamu hordofaa jirtu
Madda suuraa, AFP
Guyyichi waldaa Fuyaan baha Chaayinaa naannoo Anuuhii jedhamutti kabajameera.
Madda suuraa, EPA
Baangilooritti Kiristaanooti Indiyaa waldaa Infant Jesus Church kadhata dhageessisan.
Madda suuraa, EPA
Waldaa Baankoog kanatti namooti bobboca dhaloota Yesuus agarsisu harkaan tuquuf hiriira qabataniiru
Madda suuraa, Reuters
Democratic Republic of Congo, Kinshaasaatti dargaggoota fannoo Yesuus baachuun jamaa fuuldura dhaabachuun tajaajilan
Madda suuraa, Reuters
Gurbaa godaantota kumaatamaan lakkaawwaman giddugala Ameerikaarraa gara UStti imalan, dahoo yeroo godaantotaa Tijuhaanaa Meeksikootti kabajachaa jira.
Madda suuraa, AFP
Kabajni jala bultii ayyaana Qillee istaadiyeemi Surbaayaa Indooneezyiyaatti namoota hedduun kabajameera.
Madda suuraa, EPA
Ayyaana gidduuttii, cimdooliin kun magaalaa Tarkii magaalaa Istaanbulitti
Madda suuraa, Getty Images
Maatii ayyaanicha naannoo handaara galaanaa Bondii Siidniitti kabajameera.
Madda suuraa, Reuters
Dubaayitti hawaasni Kiristaanaa waldaa Saantaa Maariyaatti ayyaanicha kabajan
Madda suuraa, AFP/Getty Images
Firaansitti mormitooti ''qomee keelloo'' sirna kabajaa taasisaniiru.
Abbummaan suuraa akka armaan dura ibsametti dha.