Wayita hoteelli Naayiroobii weerarame maal ta'e?
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

Haleellaa Shororkaa Keenyaa: Wayita hoteelli Naayiroobii weerarame maaltu ta'e?

Ji'a tokko dura haleellaa Keenyaa Magaalaa Naayiroobii Hoteela warri sooreyyiin itti boqotan irra ga'een namoonni 21 ajjeefamaniiru. Haala yeroo sana ture teknooloojii 3D gargaaramuuniifi namoota achi turan waabeeffachuun wanta qindaa'e asii daawwadhaa.

Viidiyoo kana kan midhaasan: George Wafula, Anthony Irungu, Ben Allen, Anthony Makokha, Hugo Williams, Millicent Wachira, Njoroge Muigai, Gloria Achieng, Ashley Lime and Muthoni Muchiri.

Mata dureewwan walitti dhiyaatan