Dargagummaan akkuma abbaan qabatedha jallinaafis, qajeelummaafis yeroo humni jiru
Dargagummaan akkuma abbaan qabatedha jallinaafis, qajeelummaafis yeroo humni jiru
Dargaggummaan jallinaafis ta'e qajeelummaaf yeroo humni jirudha. Filannoo kan abbaati. Dargaggoo Abarraa Dachaasaa bara dargaggummaatti dhama'achuun eessaan akka nama ga'u dhugaa ba'a.

Dargaggoo Abarraa Dachaasaa: ''Dargaggeessi simintoo jiidhaa boca barbaadetti ofsirreessuu danda'uudha''
Dargaggoonni waggoota muraasa keessatti hojii isaatiin guddina mul'ate argamsiisee kunis attamiin akka guddate gaafatamee 'hojii galii argamsiisu kamu tuffadhee bira hindarbuu' jechuun deebiiseera. Gutummaa turtii keessummaa keenyaa dubbifadhaa.