Kosii pilaastikaa naannoof yaaddoo ta'an gara artii daawwatamuutti jijjiiruu.
Kosii pilaastikaa naannoof yaaddoo ta'an gara artii daawwatamuutti jijjiiruu.
Akaakuuwwan balfa pilaastikaabakkeetti akka malee gataman sassaabuun boca gara garaa irraa hojjechuun faalama naannoollee xiqqeessaa jira.

Aartii: 'Burushiin fakkii ittiin kaasu dhabee eegee fardaa mureen ittiin eegale'
Ogeessi fakkii fi bobbocaa waantoota hinyaadamne irraa fakkiiwwan ajaa'ibaa hojjataa jiru, Ibraahim Saafii waliin wal baraa.