"Mallattoo mormii Sudaan ta'uuf yaada hin qabun ture" - Alaa Saalaah
"Mallattoo mormii Sudaan ta'uuf yaada hin qabun ture" - Alaa Saalaah
Mallattoo mormii Sudaan ta'uu ta'uuf yaada hin qabun ture, ammas ta'eera jedhee hin yaadu jetti Alaa Saalaah.
Mormii pireezidat al-Bashir aangoorraa buuse keessatti dubartoonni qooda olaanaa bahaniiru.