Waraanni Sudaan mormiitoota Kaartuum irratti dhukaasa bane.
Meeshaan kee Miidiyaa taphachiisuu hin danda'u

Waraanni Sudaan mormiitoota Kaartuum irratti dhukaasa bane

Waraanni Sudaan mormiitoota Kaartuum irratti erga dhukaasa bane yoo xiqqaate namootni 30 ajjeefamaniiru. Preezdaant Omaar al-Bashir Ebla keessa waraanaan aangoorra kaafamaniis Sudaan keessatti mormiin itti fufee tureera.

Jeequmsi Sudaan gatii boba'aafi daabboo sababeefachuun Mudde 2018 eegale.

Mata dureewwan walitti dhiyaatan