Koronaavaayirasii: 'Vaayirasii kana siyaasaaf hin oolchinaa' - duree 'WHO'

Koronaavaayirasii: 'Vaayirasii kana siyaasaaf hin oolchinaa' - duree 'WHO'

Hogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr Teedroos Adhaanoom koronaavaayirasiin bu'aa siyaasaa argachuuf figuu akeekkachiisan.

Donaald Tiraamp Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa deeggarsa guddaa Ameerikaa irraa argataa osoo jiruu Chayinaaf xiyyeeffannoo kenne jechuun erga qeeqaniin booda Dr Teedroos kana kan jedhan.