Guyyaa Gootota Oromoo: Zayituunaa - Jaal Murattuun eenyu turte?

Guyyaa Gootota Oromoo: Zayituunaa - Jaal Murattuun eenyu turte?

Guyyaa Gootota Oromoo kanatti gootota hedduu yaadatamaa jiran keessaa ijoollummaatti ganna 12 irraa kaaftee Dubartii qabsootti galteefi loltuu ABO turte Viidiyoo gabaabaa kanaan yaadachuu feeneerra.

Maqaa Dhalootaa Zayituunaa jedhamu kan qabsoo ammoo jaal Murattuu jedhu qabdi.

Waggaa tokko dura BBC'n haasofsiisee ture, amma lubbuun darbitee jirti.