Koroonaavaayiras: Dargaggeessa meeshaa tuttuqqaa harkaa malee harka ittiin dhiqatan kalaqe
Koroonaavaayiras: Dargaggeessa meeshaa tuttuqqaa harkaa malee harka ittiin dhiqatan kalaqe
Izaddiin Ahimad hojiilee kalaqaa hedduun beekama. Tibba weerara koronaavaayiras kana ammoo tuttuqqaa harkaa malee meeshaa harka ittiin dhiqatan kalaqee jira. Dhiyaadhaa
Izaddiin Kamaal: Dargaggeessa umurii 17 abbaa kalaqoota 27 ta'e
"Namni waa kalaqu kamuu rakkina keessa darburraa ka'uun ta'u danda'a'' kan jedhu Izaddiin Kamaal, attamiin akka hojii kalaqaa kana eegale BBC'tti himeera.