Sirna awwaalchaa Obboo Kabiir Huseen irratti Obboo Lammaan maal jedhan?

Sirna awwaalchaa Obboo Kabiir Huseen irratti Obboo Lammaan maal jedhan?

Sagantaa sirna awwaalchaa kanarratti namoota haasaa taasisan keessaa ministirri ittisaa Obbo Lammaa Magarsaa, Obbo Kabir itti dhiheenyaan akka beekaniifi quuqamni isaan saba isaaniif qaban, kutannoon dinagdee guddisuuf isaan qaban daran cimaadha jedhan.