"Haqni haa bahu, koronaa miti poolisiitu ajjeese"
"Haqni haa bahu, koronaa miti poolisiitu ajjeese"
Poolisiin Keeniyaa lansii weerara koronaavaayirasii to'achuuf labsame raawwachiisuuf jecha mandara tokko keessatti qofa nama lama ijjeesan.
Lammileen kanaan ori'an koronaa miti poolisiitu nu ajjeesaa jira jedhanii hiriira bahan.
Beejiingitti lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabamanii dabalaa jira
Chaayinaa Beejiingitti guyyoota 50'f booda namootni 36 vaayirasichan qabaman argamuun yaaddoo uume