Miidhaa saaybarii

  1. Asxaa Facebook fi EBC

    Fuulli facebook dhaabbata Korporeshiniin Birodkaastii Itoophiyaa (EBC)n guyyaa Wiixataa osoo sirna mudama Ministira Mummee Abiy Ahimad kallattiin tamsaasaa jiruu butamuun isaa himamun ni yaadatama. Ofii eenyutuu gochaa kana raawwatee?

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Gaggeesitootni lamaan ji'a darbe Jeneevitti wal argan

    Pirezidaantiin Ameerikaa Jooy Baayiden gita isaanii Raashiyaa Vilaadmir Putinitti akka himanitti, US haleellaa saayiberii Raashiyaa irraa dhaqqabuuf '' tarkaanfii barbaachisaa hundayyuu ni fudhatti,'' jechuu Waayit Haawus gabaase.

    Dabalata dubbisi
    next