...tti maxxanfame 10:59 23 Guraandhala 202110:59 23 Guraandhala 2021Omaan Itoophiyaarraa dabalatee namoota biyyoota 10 irraa dhufan seenuu dhorkiteBiyyoota 10n kanneen keessaa ammoo saddet Afrikaarraa yommuu ta'an: Sudaan, Sudaan Kibbaa, Naajeeriyaa, Taanzaaniyaa, Gahaanaa, Itoophiyaa, Giiniifi Seraa Liyoon.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 11:51 14 Guraandhala 202111:51 14 Guraandhala 2021Giinii keessatti erga 2016 yeroo jalqabaaf namoonni Iboolaadhaan du'anVaayirasiin balaafamaa ta'e Iboolaan erga addunyaa kanarraa obba'ee waggaa shan ta'eera jedhama, amma garuu Giinii keessatti yoo xiqqaate namoonni sadi vaayirasii kanaan du'aniiru, hedduunis qabamaniiru.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:04 14 Guraandhala 20216:04 14 Guraandhala 2021Chaayinaan ragaa ijoo Covid-19 Dhaabbata Fayyaa Addunyaa dhowwatteChaayinaan guyyoota jalqabaa koronaavaayirasiin itti argame ilaalchisuun ragaa Dhaabbati Fayyaa Addunyaa gaafate kennuu diduushee miseensonni dhaabbatichaa komatan.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 5:29 6 Guraandhala 20215:29 6 Guraandhala 2021Wal’aansa baqaqsanii yaaluu jijjiirraa fuulaa fi harka lamaa isa jalqabaa milkaa'eOgeessoti fayaa Niiw Yoork wal’aansa baqaqsanii hodhuu jijjirraa fuulaa fi harka lamaan addunyaa isa jalqabaa milkaa’inaan hojjataniiru.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 9:33 19 Amajjii 20219:33 19 Amajjii 2021Ofittummaan biyyoota badhaadhanii addunyaa rakkoof saaxila jedhe WHOnUtuu namootni yaddoo fayyaa qaban kan biyyoota hiyyeeyyii keessa jiraatan talaallii hin argatiin namootni fayyaa fi dargaggeeyyiin biyyoota dureeyyi keessa jiraataan dursanii argachuun sirri miti jedhan Dr Teedros Adhanoom.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 7:18 16 Amajjii 20217:18 16 Amajjii 2021Gosti Covid haaraa torbanoota dhufan keessa Ameerikaatti babal'achuu malaGosti Covid haaraa torbanoota dhufan keessa Ameerikaatti babal'achuu mala jedhamaa jiraDabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:07 6 Amajjii 20216:07 6 Amajjii 2021Qorattootni WHO ka'umsa Covid qoratan Chaayinaa akka hin galle dhorkamanGareen Dhaabbata Fayyaa Addunyaa ka'umsa weerara Covid-19 magaala Chaayinaa Wuhaan qorachuuf jedhu Chaayinaa akka hin galle dhorkame.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 4:29 29 Muddee 20204:29 29 Muddee 2020Barri 2020 suuraadhaan yoo ibsamu waan fakkaatuBarri 2020 xumuramuuf jiru kun kan taateewwan ajaa'ibaa, gaddisiisaa akkasumas wantoonni nama dinqisiisan keessatti mudataniidha. Mee suraalee 12 itti aananiin duuba deebiinee baricha haa yaadannu.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:04 24 Muddee 20206:04 24 Muddee 2020Gaheessonni Chaayinaa biiliyoona walakkaa ol 'ulfaatina garmaleef saaxilaman'Walakkaan uummata Chaayinaa umurii ga'eessummaa keessa jiranii gara walakkaa biliyoonaa tahan furdina akka maleef saaxilamaniiru jedhe qorannoon.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 11:05 20 Muddee 202011:05 20 Muddee 2020WHO'n akaakuu koronaavaayirasii haaraa hordofaa jiraachuu ibseDhaabbati Fayyaa Addunyaa (WHO'n) akaakuu koronaavaayirasii haaraa UK keessatti argame ilaalchisuun qondaaltota biyyattii waliin xiyyeeffannaan mari'achaa jiraachuu ibse.Dabalata dubbisinext