Jabuutii

  1. People hold Djiboutian national flag as they wait for the arrival of Djibouti's President Ismail Omar Guellehas before the launching ceremony of new 1000-unit housing contruction project in Djibouti, on July 4, 2018.

    Motummaan Jabuutii walitti bu'iinsa gareewwan saboota Somaaleefi Affaar Jabuutii keessa jiraatan jiduutti dhiheenya kana kutaalee magaalaa guddoo Riippablika Jabuutiitti mudate cimsee akka balaaleeffatu beeksiise.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Dargaggoo Galgaloo Hajii

    Dargaggoon ganna 19 Galgaloo Hajii, Yamanirraa gara Jabuuttiitti bidiruu namoota 34 feeteen wayita deebi’utti galaanarratti faddaltoota meeshaa waraanaa hidhataniin ajjeefamuurraa lubbuun oole.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Konkolaattota fe'umsaa Jabuutiirraa galan

    Biyya ollaa namootni 1000 ta’an Covid-19 itti qabaman Jabuutiirraa namootni hedduun gara Itoophiyaatti dhufaa jiran waan dabalaa jiruuf, to’annoo cimsuu isaanii naannoleen Amaaraafi Affaar beeksisan.

    Dabalata dubbisi
    next