Itoophiyaa

  1. Obbo Gaddu Andaargaachaw, Ministira Haajaa Alaa

    Waltajjiin marii Hidha Guddichaa Waashingitaniitti gaggeefamaa ture, kan Itoophiyaarratti dhiibbaa taasisee garuu Masriif kan loogu akka ture himama. Marii Suudaan, Masiriifi Itoophiyaa jidduutti gaggeefamaa ture maal akka fakkaatu, Ministirri Hajaa Alaa Itoophiyaa BBC waliin turtii taasiisan dubbifadhaa.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Qorannoo COVID19

    Inistitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Itoophiyaa sa’aatii 24 darbe qorannoo laaboraatorii namoota 65 taasisuus nama koronaavaayirasiin qabame hin arganne jedhe. Lakkoofsi warra Koronaavaayirasiirraa bayyanatanii 3 gaheera.

    Dabalata dubbisi
    next