Kolombiyaa

  1. Dairo Antonio Usaga erga qabamee yeroo poolisiin marsee jirutti

    US nama mootii qoricha sammuu namaa adoochuu, Dairo Antonio Úsuga, jedhamu kana qabeef ykn bakka jiru himeef dolaara miliyoona 5 akka kennitu waadaa galtee turte. Namni irra caalaa maqaa masoo Otoniyel jedhuun beekamu kun amma qabameera.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Hilikoptara rasaasaan rukkutamte

    Pirezidaantiin Kolombiyaa Ivaan Duuk osoo dhiheenya buufata xiyyaara Kukutaa kan daangaa biyyattiifi Veenzuweelaatti argamuutti dhiyaataa jiranu ture guyyaa Jimaataa xiyyaara keessa tureniitti kan dhokaafame.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Daniel Pardo

    Reporting from Urabá (Colombia) for BBC News Mundo

    Close up of Fanny Escobar

    Feenii Iskoober hoggantuu dhaabata tajaajila hawwaasaati, naannoo walitti bu'insi hammaatuufi beekamu Kolombiyaa keessatti hoggantuu beekamtuudha. Humnaan gudeedamteetti. Ari'atamteetti, lubbuushee baasuuf doorsifamaa turte, maatiin ishee gariin ajjeefamaniiru..... garuu ammayyuu hawwaasa ishee tajaajiluuf kutatteetti. Kun seenaa isheeti, akkaataa isheen himtetti.

    Dabalata dubbisi
    next