...tti maxxanfame 9:41 4 Ebla 20229:41 4 Ebla 2022Miidiyaa hawaasummaa Tiraamp 'Truth Social' rakkoon mudateMiidiyaan hawaasummaa pireezidantii duraanii Ameerikaa Donaald Tiraamp silaa xumura baatii Bitootessaa guutummaatti tajaajila eegala jedhamee ture.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:02 25 Bitooteessa 20226:02 25 Bitooteessa 2022Donaald Tiraamp filannoo bara 2016n wal-qabsiisee Hilaarii Kiliintan irratti himata baneDoonald Tiraamp sababa himannaa hin malle yeroos isarratti ka'ee tureen baasii irra darbaa doolara miliyoona 24 baasuuf akka dirqame ibsuun, beenyaa akka fedhu himateera.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 4:11 15 Bitooteessa 20224:11 15 Bitooteessa 2022Namichi machaa'ee Tiraamp barbaadaa ture to'atameNamichi buufata humna qilleensaa US RAF Mildenhall jedhamuufi biyya Ingilizii argamutti Pirezidantii duraanii Ameerikaa Donaald Tiraamp barbaachaa ture to'annoo jala ooleera.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 9:42 11 Guraandhala 20229:42 11 Guraandhala 2022Tiraamp hogganaa Kooriyaa Kaabaa waliin quba wal qabaachuu himePirezidaantiin duraanii Ameerikaa Donaald Tiraamp hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Jong-un hoggantoota biyyoota alaa kan hanga ammaatti quba walqabaataa jiru ta'u himusaa kitaabni tokko ibse.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:10 7 Amajjii 20226:10 7 Amajjii 2022Ameerikaan madaa hokkora kaappitol irraa hin fayyine - Joo BaayidanGuyyaa yaadannoo hokkora kaappitol waggaa tokkoffaa irratti pireezidantiin US Joo Baayidan "dhukkubni fi madaan" hokkorichaa gadi fagoodha jedhan.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 5:19 11 Muddee 20215:19 11 Muddee 2021Tiraamp MM duraanii Israa’el ‘amanamummaa hin qabu’ jedhanii qeeqanPirezedantiin duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraamp MM duranii Israaa’el Beenjamiin Neetaniyaahuu, kan yeroo tokko walitti dhiyeenya gaarii qabaata turan ‘amanamummaa hin qabu’ jedhanii qeeqan.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:15 21 Onkololeessa 20216:15 21 Onkololeessa 2021Tiraampi miidiyaa hawaasummaa haaraa TRUTH Social jedhamu banuufPirezidaantiin duraanii US Doonaaldi Tiraampi miidiyaa hawaasummaa haaraa jalqabuuf akka jedhu ifoomsan.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 4:56 8 Adooleessa 20214:56 8 Adooleessa 2021Tiraamp Twitter, Google fi Facebook irratti himata bananPireezidantiin duraani US Doonald Tiraamp dhimma saansuurii maxxansaalee isaanii ilaalchisee miidhameera jechuun dhabbilee Google, Twitter fi Facebook irratti himannaa banan.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 6:59 2 Adooleessa 20216:59 2 Adooleessa 2021Qondaalli olaanaa dhaabbata Tiraamp yakka gibiraan himatameDhaabbati pireezidantii duraanii US Donaald Tiraamp fi hogganaan daldalaa isaa yakkoota gibiraan walqabateen himataman.Dabalata dubbisinext
...tti maxxanfame 12:04 9 Waxabajjii 202112:04 9 Waxabajjii 2021Donaald Tiraamp tarkaanfii Naayijeeriyaan Twitter irratti fudhatte deeggaranPirezidaantiin duraanii US Doonaald Tiraamp biyyoonni addunyaa miidiyaa hawaasummaa hordoftoota hedduu qabu tiwiitarii irra uggura akka kaa'an dhaamaniiru.Dabalata dubbisinext