Waliigaltee nageenyaa Itoophiyaa fi Eertiraa

  1. Zaalambassaa

    Sadaasa 2020 keessa waldhabdee Tigraay keessatti uumame booda, Itoophiyaa naannoolee adda addaa keessa kan jiraatan dhalattoonni Tigraay, eenyummaa keenya irratti hundaa’uun haleellaan nurra ga’aa jira jedhu.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. MM Abdallaa Amdok

    Gama Lixaan biyya hollaa Itoophiyaa kan taate Sudaan carraaqqiin walitti bu'insa Itoophiyaa keessa jiruuf jaarsa ta'uun araarsuu fudhatamma dhabullee yaalii taasisaa jirtu ammallee akka itti fuftu beeksisteetti.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Samaantaa Paawor

    Finciltoonni Humna Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) naannoo Amaaraafi Affaar keessaa, humnoonni naannoo Amaaraa ammoo Lixa Tigraay keessaa ba'uu qabu jechuun Samaantaa Paawor akeekkachiisan.

    Dabalata dubbisi
    next
  4. Waraana mootummaa Itoophiyaa

    Sababii waraana naannichatti gageeffamaa turen walqabatee aanga'oonniifi humnoonni Ittisa Tigraay kan Maqaleedhaa baqatanii turan, ji'oota saddetiin booda Waxabajji 28, 2021 deebi'anii Magaalaa guddiittii naannichaa to'atan.

    Dabalata dubbisi
    next