Balaawwanii fi mudannoowwan imala qilleensaa

  1. Yeroo xiyyaarri kufee gubachaa jiru

    Xiyyaarri waraanaa Itoophiyaa Roobii darbe Tigraay keessatti kufe finciltootaan rukutamee osoo hin taane 'rakkoo tekinikaa' isa mudateen ta'uu dubbi himaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Koloneel Geetinnet Adaanee BBCtti himan. Humnoonni TPLF meeshaa waraanaafi loltoota uffata loltummaa Ertiraa uffatan qabatee balali'aa osoo jiruu xiyyaara kana rukutanii kuffisuu ibsanii turan.

    Dabalata dubbisi
    next