Naayijeeriyaa

  1. Aisha Yerima

    Seenaa dubartii milishoota Islaamist Boko Haaram waliin Kaaba Baha Naayijeeriyaatti Bosona keessa jiraachaa turtee kunis gaazexeessituu fi barreesituu Afrikaa Trisia Niwawubani yaalii dheeraan booda kan dubbistee qindeesitedha. Isheenis maaliif akka deebiitee Bookoo Haraamiitti makkamteefi attamiin akka miliqxe dubatti.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Kopiyuutara kaffaltii agarsiisu

    Lammiileen Naayijeeriyaa saddeet  jaalala sobaan onlaayinii irratti dubartoota gowwomsan mana murtii Afrikaa Kibbaatti himataman. Adeemsa jarreen kana himachuu keessatti Biiroon Basaasaa Ameerikaa(FBI) fi Interpol hirmaataniiru.

    Dabalata dubbisi
    next