Mootummoota Gamtooman

  1. Laga Takkazee kan daangaa Itoophiyaafi Sudaan irratti argamu

    Namootni ijaan argan baay'een Dr Tewdroos Tafarraa, hakiima lammii Itoophiyaa lola naannoo Tigiraay baqatee Sudaan jiru dabalatee reeffi kun bakka miidhamtootni naannoo Tigiraay lolli mootummaan Itoophiyaa humnoota TPLF waliin wal waraanu irraa akka dhufe amanu.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Hidha haaromsaa, tarbaayina haaraa

    Dhaabbati Biyyoota Gamtoomanii(UN) Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan marii waldhibdee dhimma hidha haaromsaa irratti marii akka itti fufanii fi mariin kunis yeroo murtaa'aa keessatti akka gaggeeffamu akeekkachiise.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Korri mana maree UN yeroo gaggeeffamu

    Waraanni Tigraayitti ji'oota 10 dura eegalee dhiyeenyammoo naannolee Amaaraa fi Affaaritti babal'ate, biyyoota gaanfa Afrikaa mara gooluuf akka sodaachise, Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Komishinarri Olaantuun Mirgoota Namoomaa Misheel Baashileet Wiixata kaleessaa akeekkachiisan.

    Dabalata dubbisi
    next
  4. Ambaasaaddar Lindaa Toomaas Giriinfiild

    Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Ameerikaa Liindaa Toomaas Giriinfiild Gaanfa Afrikaatti bakka bu'aa Gamtaa Afriikaa kan ta'an Pirezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Olusegun Obasaanjoo waliin bilbilaan dubbachuu ibsan.

    Dabalata dubbisi
    next
  5. Xiyyaara UN

    Balaliinsi deeggarsa namoomaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) jalqabaa Finfinneerraa gara Maqaleetti taasifameen hojjattoonni kiyya qoricha barbaachisaa ta'e akka hin fudhanneef dhorkamu UNtti Waajjirri Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA)n beeksiise.

    Dabalata dubbisi
    next