Abiyyi Ahimad

  1. Abiy Ahimed, MM Itoophiyaa badhaasa Noobelii Nagaa bara 2019 mo'ate, Koreen Noobelii waraana Kaaba Itoophiyaa akka dhaabuuf gaafate.

    Badhaafamaa Noobelii Nagaa bara 2019 kan tahan Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad waraana waliinii Kaaba Itoophiyaa miidhaa jiru akka xumura itti tolchan Koreen Noobelii Noorway gaafate.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. MM Abiy Ahimad

    Mootummaan namoota dhimmisaanii mana murtiin ilaalamaa ture himata isaanii adda kutee mana hidhaatii gadi dhiisuun namoota hedduu kan mufachiisee fi garuummoo tarkaanfii fudhatamuu qabu akka ta'e MM Abiy Ahimad ibsan.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Pirezidant Isaayyaas Afawarqiin turtii miidiyaa biyyattii waliin taasisaniin waraanni Itoophiyaa Tigraayiiti bahuu akka hin eegen dubbatan

    Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa xumura baatii Waxabajjii waggaa darbeetti bakkeewwn Tigraay garagaraa keessaa bahuun isaa ''kan hin eegneefi tasa waan ta'edha,'' jedhan Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqiin. Dhimmoota garagaraa irratti gaafa Sambataa Televijinii Ertiraa waliin turtii taasisaniiru.

    Dabalata dubbisi
    next
  4. Ministira Muummee Abiy Ahimad

    Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad diyaaspooraan Itoophiyaa ''dippiloomatii gaheeyyii ta'uun biyya isaanii kabachiisaniiru'' jedhaanii kanneen duula 'Great Ethiopian Home Coming' biyyattii dhufaa jiran waan hojjechuu qaban dhaaman.

    Dabalata dubbisi
    next
  5. Loltoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa

    Mootummaan addatti labsii dhukaasa dhaabuu labsuun Tigraay keessaa bahu hordofee lolli Tigraayitti eegalee gara Afaariifi Amaaraa babal’ateera. Baatiiwwan muraasa keessas finciltoonni Waldayaa, Laalibalaafi bakkeewwan murteessoo kaan to’atan. Eegasiis imala gara Finfinnee taasisan humni dhaabsisu akka hin jirre yeroo ibsan dhagahameera. Torbee dhihoo asitti kuni waan jijjiirame fakkaata. Itti aanee maal uumamuu danda’a?

    Dabalata dubbisi
    next