Tuuniziiyaa

  1. Jereemi Booweniidhaan

    Gulaalaa BBC Giddugala Bahaa

    Dubartoota humnoota nageenyaa Masriitti dhaadannoo dhageessisan, Muddee 2013

    Warraaqsi biyyoota Arabaa waggoota 10 dura taasifame naannichatti jijjiirama guddaa fideera. Garuu fincila taasisuuf wanti ka’umsa ta’e ammallee deebii hin arganne.

    Dabalata dubbisi
    next