Mana hidhaa

  1. Mikaa'el Booran, Caaltuu Taakkalaa fi Yaasiin Juumaa

    Qondaaltonni ABO, miseensonnii fi namoonni kaan miseensa ABO hin taanes Jimaata Hagayya 07 mana murtii aanaa magaalaa Sulultaatti dhihaachuu abukaatoo isaanii keessaa tokko kan tahan Dr. Tokkummaa Dhaabaa BBC'tti himaniiru.

    Dabalata dubbisi
    next