Awustiraaliyaa

  1. Aerial shot from police helicopter of AJ kneeling in a riverbed

    Mucaan ganna sadii maqaansaa Antoonii 'AJ' Elfalak jedhamu erga manaa bahee bakka buuteensaa dhabameen guyyaa afuriin booda poolisoota barbaacha isaa hilikooptaraan socho'aa turaniin osoo boson a keessaa bishaan yaa'aa dhugu mul'ate.

    Dabalata dubbisi
    next