Qonna

  1. Buna auurra hafame

    Adeemsi omishni qotee-bulaa irraa gara fayyadamtoota bira ga’uuf keessa darbu qindaa’aa akka hin taane ogeessonni dinagdee hedduun irratti waliigalu. Dhimmi kun qaala’iinsa jireenyaaf gumaacheeraa laata? Fallisaa hoo?

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Naa'ol Dabalee

    Weerarri awwaannisaa naannolee Itoophiyaafi biyyoota Gaanfa Afrikaa waliin gaheera. Naannoo Oromiyaattis godinoota sadii hubeera. Dargaggoo Naa’ol Dhaabaa dirooniidhaan dhiibbaa weerarri awwaannisaa fidu ittifuus carraaqaa jira.

    Dabalata dubbisi
    next